Home
Videos uploaded by user “OBN oromiyaa”
Keessummaa Mijuu 10 03 2010
 
25:46
OBN waliin turti taasise
Views: 4290 OBN oromiyaa
Walaloo fi Agarsiisaa OBN 05 09 2010
 
17:41
[OBN 05 09 2010] Walaloo Qophii Lotorii Tomboolaa “Lammiin Lammiif” jadhurratti Daa’imaan magaalaa Adaamaatiin bifa ajaa’ibaatiin dhihaate.
Views: 91784 OBN oromiyaa
PMNO Obbo Lammaa Magarsaa 07 10 2010
 
04:23
[OBN 07 10 2010] Haala yeroo irratti ibsa PMNO Obbo Lammaa Magarsaa OBNiif kennanin Dhalatoonni Saba Amaaraa haala nageenyaa sodaachuuni fi walitti bu'insa dhuunfaa baqachuun Naannoo keenya irraa gara naannoo Amaaraa godaanan qe'eeti deebisuuf qophiin xumuramu ibsani jiru.
Views: 2169 OBN oromiyaa
Pir Lammaa Magarsaa OBN  20 07 2010
 
08:03
Ibsa Pr. Lamma Magarsaa Haala Yeroo Irratti ================================== [OBN 20 07 2010] Itti gaaffatamummaan Hoggansa DhDUOtti kennamee Seenaa Siyaasaa Itoophiyaa keessatti boqonnaa haaraadha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obboo Lammaa Magarsaa ibsa addatti OBNf kennanin. Itii gaaffatamummaan kun Itti gaaffatamummaa dacha ta’u himan. Kan gabaase Abirhaam Birruutti.
Views: 5600 OBN oromiyaa
Piroof. Isqeel Gabbisaa OBN 27 09 2010
 
03:28
[OBN 27 09 2010] Jijjiirama Itiyoophiyaa keessatti dhufaa jiru milkeessuuf tumsuun barbaachisaa ta'u himan.
Views: 2937 OBN oromiyaa
Leenjii Qeerroo fi Qarree  30 09 2010
 
05:07
[OBN 30 09 2010] Leenjiin Qeerroo fi Qarree Naannoo Oromiyaaf Kennamaa ture Xumurame.
Views: 2919 OBN oromiyaa
Keessummaa Mijuu 05 02 2010
 
29:33
Weellistuu Waarritee Furii OBN waliin turti gote.
Views: 41474 OBN oromiyaa
Mooyaalee  Kontiroobaandii 13 09 2010
 
03:10
Meeshaalee Seeraan Alaa ==================== [OBN 13 09 2010] Meeshaaleen seeraan alaa Godina Booranaa Magaalaa Mooyaaleetti Osoo Gara Biyyaa galaa jiran to'ataman.
Views: 1513 OBN oromiyaa
OROMUMMAA
 
28:38
[OBN 20 05 2010] Dhimma eenyummaa ofii beekuun xiyyeeffannoo guddina egeeref barbaachisaadha.
Views: 8293 OBN oromiyaa
Uztaaz Raayyaa Abbaa Maccaa 20 09 2010
 
04:53
Deeggarsa Lammii =============== [OBN 20 09 2010] Uztaaz Raayyaa Abbaa Maccaa Birrii Miil. Tokko Lammiilee Buqqa'aniif gumaache.
Views: 13864 OBN oromiyaa
Dheebuu Kutaa 43 K2ffaa
 
10:30
Diraamaa Dheebuu Kutaa 43 Kutaa 2ffaa Guraandhala 26 bara 2008 DhRTVO'n kan tamsa'e.
Views: 24125 OBN oromiyaa
Abbush Ilma Boorana
 
57:22
Weelisaa Abbush Zallaaqa Bitootessa 02 07 2009 turti DhRTVO waliin turtii taasise.
Views: 8624 OBN oromiyaa
Gola Oromiyaa 26 09 2010
 
33:58
Views: 3044 OBN oromiyaa
SEENAA MARGE
 
01:07:52
[OBN 01 06 2010] Seenaa Gootota Oromoo qorannee muraasa marsaa kanaan isiniif dhiyeessine daawwadha.
Views: 10481 OBN oromiyaa
Anaadhufu Mohammaad Aman TVO waliin
 
01:31:04
Gooticha Fiigicha Fageenya meetira 800ti Atileet Muhaammed Amaan
Views: 11668 OBN oromiyaa
DIRAAMAA HIREE K38ffaa
 
29:44
Views: 47887 OBN oromiyaa
INJIFANNOO CAAMSAA 20
 
31:28
Views: 1221 OBN oromiyaa
Oduu Gaddaa 2 06 09 2010
 
02:21
[OBN 06 09 2010] Aaddee Aziizaa Abdii Addunyaa Kanarraa du'aan boqatan.
Views: 5273 OBN oromiyaa
Dr. Merara Gudina 10 05 2010
 
01:54
Dr Merara Gudina Has warmly wel comed in Burayu.
Views: 752 OBN oromiyaa
Artiisti Saalihaa Saamii  08 09 2010
 
03:59
[OBN 08 09 2010] Jijjiirama Itiyoophiyaa keessatti dhufaa jiru abdachiisaa ta'uu, Artiisti Saalihaa Saaamii himte.
Views: 1437 OBN oromiyaa
Tiyaatira Hulluuqqoo keessa muraasa 2
 
11:17
Tiyaatira
Views: 18482 OBN oromiyaa
Taayyee Danda'aa  wan jedhe ODF 15 09 2010
 
11:06
Obbo Taayyee Danda'aa A/A/H/dh/K/Biiroo Haqaa Oromiyaa ============================================= [OBN 15 09 2010] Adda Demokraasummaa Oromoo (ADO) Finfinnee galu isaa ilaalchisee Xinxala Kenname.
Views: 4851 OBN oromiyaa